Lakkoofsa 14:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Ilmaan keessanis lafa onaa keessatti waggaa 40f tiksitoota ni taʼu;+ isaan isin keessaa hamma reeffi nama isa dhumaa lafa onaa keessatti kufutti+ amanamoo utuu hin taʼin hafuu* keessaniif deebii ni kennu. Keessa Deebii 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waggaa 40ffaatti,+ waggicha keessaa jiʼa 11ffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa jalqabaatti, Museen akkuma Yihowaan akka isaanitti himu isa ajajetti wanta hundumaa Israaʼelotatti* ni hime.
33 Ilmaan keessanis lafa onaa keessatti waggaa 40f tiksitoota ni taʼu;+ isaan isin keessaa hamma reeffi nama isa dhumaa lafa onaa keessatti kufutti+ amanamoo utuu hin taʼin hafuu* keessaniif deebii ni kennu.
3 Waggaa 40ffaatti,+ waggicha keessaa jiʼa 11ffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa jalqabaatti, Museen akkuma Yihowaan akka isaanitti himu isa ajajetti wanta hundumaa Israaʼelotatti* ni hime.