16 Achiis sanyiiwwan Yoseef, “Naannoon gaarotaa nuuf gaʼaa miti; Kanaʼaanonni warri biyya sululichaa keessa, jechuunis warri Beet Shiʼaanii+ fi magaalota ishii jalatti argaman keessas taʼe Sulula Yezriʼel+ keessa jiraatan hundi gaariiwwan fardaa waraanaa+ haamtuu sibiilaa qaban qabu” jedhan.