LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 13:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Museenis akkuma Yihowaan ajajetti lafa onaa Phaaraan+ keessaa isaan ni erge. Namoonni sun hundi dura buutota Israaʼelotaa turan.

  • Lakkoofsa 13:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 gosa Yihudaa keessaa Kaaleb+ ilma Yofunee,

  • Lakkoofsa 14:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Tajaajilaan koo Kaaleb+ garuu ilaalcha* adda taʼe waan qabuuf, akkasumas garaa guutuudhaan ana duukaa waan buʼeef, ani dhugumaan biyya inni dhaqee ture sanatti isa nan galcha; sanyiin isaas ishii ni dhaalu.+

  • Keessa Deebii 1:35, 36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 ‘Dhaloota hamaa kana keessaa namni tokko illee biyyattii gaarii ishii ani abbootii keessaniif kennuuf kakadhe sana hin argu;+ 36 ishii kan argu Kaaleb ilma Yofunee qofa dha. Inni garaa guutuudhaan* Yihowaa duukaa waan buʼeef ishii ni arga; anis biyya inni irra deeme sana isaa fi ilmaan isaatiif nan kenna.+

  • Iyyaasuu 14:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, Iyyaasuun Kaaleb ilma Yofunee erga eebbisee booda Kebrooniin dhaalaan isaaf ni kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi