2 Saamuʼel 22:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 Yaa Yihowaa, saboota gidduutti kanan si galateeffadhu kanaafi,+Maqaa keetiifis akkana jedhee faarfannaa galataa nan faarfadha:*+ Faarfannaa 7:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Haqa isaatiif Yihowaa nan jajadha;+Maqaa Yihowaa Isa Hundaa Oliitiif+ faarfannaa galataa nan faarfadha.*+
50 Yaa Yihowaa, saboota gidduutti kanan si galateeffadhu kanaafi,+Maqaa keetiifis akkana jedhee faarfannaa galataa nan faarfadha:*+
17 Haqa isaatiif Yihowaa nan jajadha;+Maqaa Yihowaa Isa Hundaa Oliitiif+ faarfannaa galataa nan faarfadha.*+