Abbootii Murtii 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ishiinis Qeedesh Niftaalem+ keessaa Baaraaq+ ilma Abinoʼaamiin waamsistee akkana isaan jette: “Yihowaan Waaqni Israaʼel ajaja kana kenneera: ‘Dhaqiitii Gaara Taaboritti duuli;* Niftaalemii fi Zaabiloon keessaas namoota 10,000 fuudhii dhaqi. Ibroota 11:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu.
6 Ishiinis Qeedesh Niftaalem+ keessaa Baaraaq+ ilma Abinoʼaamiin waamsistee akkana isaan jette: “Yihowaan Waaqni Israaʼel ajaja kana kenneera: ‘Dhaqiitii Gaara Taaboritti duuli;* Niftaalemii fi Zaabiloon keessaas namoota 10,000 fuudhii dhaqi.
32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu.