Keessa Deebii 20:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Akkasumas geggeessitoonni akkana jedhanii sabicha haa gaafatan: ‘Namni sodaatee fi naʼe jiraa?+ Garaan obboloota isaas akkuma kan isaa akka sodaatu* akka hin gooneef,+ gara mana isaatti haa deebiʼu.’
8 Akkasumas geggeessitoonni akkana jedhanii sabicha haa gaafatan: ‘Namni sodaatee fi naʼe jiraa?+ Garaan obboloota isaas akkuma kan isaa akka sodaatu* akka hin gooneef,+ gara mana isaatti haa deebiʼu.’