-
Abbootii Murtii 7:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yeroo kanatti Yihowaan Giidewoniin, “Namoota 300n arraba isaaniitiin bishaan dhuganiin isin nan oolcha; Miidiyaaniin harka keetti dabarsee nan kenna.+ Namoonni kaan hundi garuu gara mana isaaniitti haa deebiʼan” jedhe.
-