LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Utuu ati achi hin gaʼin diinota keetti naasuu* nan erga;+ ani Hiiwota, Kanaʼaanotaa fi Heetota si duraa nan ariʼa.+

  • Baʼuu 34:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Wantan harʼa si ajaju kanaaf xiyyeeffannaa kenni.+ Kunoo ani, Amoorota, Kanaʼaanota, Heetota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota si duraa nan ariʼa.+

  • Lakkoofsa 33:53
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 53 Ani dhugumaan biyyattii dhaala godhee waanan isiniif kennuuf, isin biyyattii dhaalaan ni fudhattu; ishii keessas ni jiraattu.+

  • Keessa Deebii 9:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ati biyya isaanii dhaalaan fudhachuuf kan seentu qajeelummaa keetiin yookiin qajeelina garaa keetiitiin kan kaʼe miti. Kanaa mannaa, Waaqni kee Yihowaan saboota kana si duraa kan ariʼu hammina isaaniitiin kan kaʼe dha;+ akkasumas kakuu Yihowaan abbootii kee Abrahaam,+ Yisihaaqii+ fi Yaaqoobiif+ kakate raawwachuuf jedhee ti.

  • Keessa Deebii 18:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, namni wantoota kana raawwatu kam iyyuu Yihowaa duratti jibbisiisaa dha; Waaqni kee Yihowaan si duraa isaan ariʼaa kan jirus gochawwan jibbisiisoo kanaan kan kaʼe dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi