Iyyaasuu 16:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Haa taʼu malee, isaan Kanaʼaanota warra Geezer+ keessa jiraachaa turan hin ariine; Kanaʼaanonnis hamma harʼaatti Efreem gidduu jiraachuu isaanii itti fufaniiru;+ hojii dirqamaas hojjechaa jiru.+ 1 Mootota 9:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 (Faraʼoon mootiin Gibxii ol baʼee Geezeriin qabatee, ibiddaan ishii gube; Kanaʼaanota+ magaalattii keessa jiraatanis ni ajjeese. Kanaafuu, inni magaalattii akka kennaatti* intala isaa ishii haadha manaa Solomoon taateef ni kenne.)+
10 Haa taʼu malee, isaan Kanaʼaanota warra Geezer+ keessa jiraachaa turan hin ariine; Kanaʼaanonnis hamma harʼaatti Efreem gidduu jiraachuu isaanii itti fufaniiru;+ hojii dirqamaas hojjechaa jiru.+
16 (Faraʼoon mootiin Gibxii ol baʼee Geezeriin qabatee, ibiddaan ishii gube; Kanaʼaanota+ magaalattii keessa jiraatanis ni ajjeese. Kanaafuu, inni magaalattii akka kennaatti* intala isaa ishii haadha manaa Solomoon taateef ni kenne.)+