LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 14:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Boodas gara manaatti ishii fudhachuuf+ deebiʼee utuu dhaqaa jiruu raqa leenca sanaa ilaaluuf itti gore; raqa leencichaa keessas gurmuun kanniisaa fi dammi jira ture. 9 Kanaafuu, inni damma sana kutee harka isaa irra kaaʼatee nyaachaa deeme. Yommuu abbaa isaa fi haadha isaa wajjin wal argus akka nyaataniif muraasa isaa isaaniif ni kenne. Damma sana kan kute raqa leencaa keessaa akka taʼe garuu isaanitti hin himne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi