-
Abbootii Murtii 17:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Achiis Miikiyaas, “Eessaa dhufte?” jedhee isa gaafate. Innis, “Ani Leewwicha Beetaliheem ishii Yihudaatti argamtu keessaa dhufe dha; iddoon jiraadhu barbaaddachaan jira” jedhee isaaf deebise. 10 Kanaafuu Miikiyaas, “Anaa wajjin jiraadhuutii abbaa* fi luba naaf taʼi. Ani waggaatti meetii sheeqilii* kudhan siifan kenna; uffata guutuu fi nyaatas siifan kenna” isaan jedhe. Kanaafuu, Leewwichi ol ni seene.
-