Abbootii Murtii 18:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Isaan wanta Miikiyaas tolfatee fi luba isaa erga fudhatanii booda gara Laaʼish,+ gara saba tasgabbiidhaan jiraatuu fi homaa hin shakkine+ sanaa ni dhaqan. Isaanis goraadeedhaan isaan rukutanii magaalattii ibiddaan guban.
27 Isaan wanta Miikiyaas tolfatee fi luba isaa erga fudhatanii booda gara Laaʼish,+ gara saba tasgabbiidhaan jiraatuu fi homaa hin shakkine+ sanaa ni dhaqan. Isaanis goraadeedhaan isaan rukutanii magaalattii ibiddaan guban.