2 Daanonni biyyattii akka basaasanii fi akka qorataniif maatii isaanii gidduudhaa namoota gaʼumsa qaban shan Zoraa fi Eeshtaaʼol+ keessaa ni ergan. Achiis, “Dhaqaatii biyyattii qoradhaa” isaaniin jedhan. Yommuu gara naannoo gaarotaa Efreem, gara mana Miikiyaas+ dhufanis halkan sana achuma ni bulan.