LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Gara waaqolii gatii hin qabnetti hin garagalinaa+ yookiin sibiila baqfame irraa ofii keessaniif waaqolii hin tolfatinaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.

  • Keessa Deebii 27:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “‘Namni fakkii bocame+ yookiin siidaa sibiilaa*+ isa Yihowaa duratti jibbisiisaa taʼe,+ jechuunis wanta ogeessa harkaatiin* tolfamu hojjetuu fi dhoksee kaaʼu abaaramaa haa taʼu.’ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’* jedhanii deebisu.)

  • Abbootii Murtii 17:3-5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, inni meetii sheeqilii 1,100 sana haadha isaatiif ni deebise; haati isaa garuu, “Ilmi koo fakkii bocamaa fi siidaa sibiilaa* akka ittiin tolchuuf,+ ani dhugumaan harka koo irraa meeticha Yihowaadhaaf nan qulqulleessa. Amma deebiseen siif kenna” jette.

      4 Erga inni meeticha haadha isaatiif deebisee booda, haati isaa meetii sheeqilii 200 fuutee nama meetii baqsutti kennite. Innis fakkii bocamaa tokkoo fi siidaa sibiilaa* tokko ni tolche; isaanis mana Miikiyaas keessa ni kaaʼaman. 5 Namichi Miikiyaas jedhamu kun mana waaqolii tokko qaba ture; inni efuudii+ fi siidaawwan taraafiim*+ tolfatee luba akka isaaf taʼuufis ilmaan isaa keessaa isa tokko ni muude.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi