-
Abbootii Murtii 17:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Namichi naannoo gaarotaa Efreem+ keessa jiraatuu fi Miikiyaas jedhamu tokko jira ture.
-
-
Abbootii Murtii 17:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Erga inni meeticha haadha isaatiif deebisee booda, haati isaa meetii sheeqilii 200 fuutee nama meetii baqsutti kennite. Innis fakkii bocamaa tokkoo fi siidaa sibiilaa* tokko ni tolche; isaanis mana Miikiyaas keessa ni kaaʼaman.
-