-
Abbootii Murtii 21:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis namoonni Israaʼel, “Gosoota Israaʼel hundumaa keessaa Yihowaa duratti walitti qabamuuf kan hin dhufne eenyu dha?” jedhan; sababiin isaas, isaan namni Misphaatti gara Yihowaatti hin dhufne kam iyyuu mamii tokko malee akka ajjeefamu kakaa cimaa kakatanii turan.
-