-
Abbootii Murtii 20:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Namoonni Israaʼel Biiniyaamotatti garagalanii nama irraa jalqabee hamma horiitti warra hafan hundumaa magaalattii keessaa ni fixan. Kana malees, magaalota karaa isaanii irratti argatan hundumaa ibiddaan guban.
-