Ruut 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ishiin, ‘Maaloo, mataa midhaanii* haamtonni bira darban funaannadhuu?’+ jettee na gaafatte. Xinnoo boqochuuf amma daasii keessa taaʼuu ishii irraan kan hafe, ganama erga dhuftee jalqabee hamma ammaatti takkaa gad hin teenye.”
7 Ishiin, ‘Maaloo, mataa midhaanii* haamtonni bira darban funaannadhuu?’+ jettee na gaafatte. Xinnoo boqochuuf amma daasii keessa taaʼuu ishii irraan kan hafe, ganama erga dhuftee jalqabee hamma ammaatti takkaa gad hin teenye.”