-
1 Saamuʼel 6:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Fakkeenya kormammuu keessanii fi fakkeenya hantuuta+ keessanii warra biyyattiitti badiisa fidan sanaa hojjechuudhaan, Waaqa Israaʼeliif ulfina kennuu qabdu. Tarii inni harka isaa isa ulfaataa isa isin irra, akkasumas waaqa keessanii fi biyya keessan irra jiru ni salphisa taʼa.+ 6 Akkuma Gibxiinii fi Faraʼoon mata jabeeyyii turanitti, isinis mata jabeeyyii+ kan taatan maaliifi? Isaan yeroo inni akka malee isaan adabetti+ Israaʼelota ni gadhiisan; Israaʼelonnis ni deeman.+
-