LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 6:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Daawitii fi namoonni isaa wajjin turan hundi, Taabota Waaqa dhugaa+ isa namoonni isa fuulduratti maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa+ isa kiruubelotaa olitti teessoo irra taaʼu+ sanaa itti waammatan achii fiduuf gara Baʼaala Yihudaa ni dhaqan.

  • 2 Saamuʼel 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa dhugaa sana mana Abinaadaab isa tabba irra jiru keessaa fuudhanii deeman; Ahiyoon gaarii sana dura deemaa ture.

  • 1 Seenaa Baraa 13:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, Daawit Taabota Waaqa dhugaa Qiriyaat Yeʼariimii fiduuf laga* Gibxiitii hamma Lebo Hamaatitti*+ Israaʼelota hunda walitti ni qabe.+

  • 1 Seenaa Baraa 13:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haa taʼu malee, isaan Taabota Waaqa dhugaa sana gaarii haaraa irra kaaʼanii+ mana Abinaadaabii ni fidan; Uuzaanii fi Ahiyoonis gaarii sana oofaa turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi