15 Yeroo kanatti Haannaan akkana jettee deebiste: “Lakki, yaa gooftaa koo! Ani dubartii dhiphina guddaa keessa jirtu dha; daadhii wayiniis taʼe wanta nama macheessu kam iyyuu hin dhugne; kanaa mannaa, wanta garaa koo keessa jiru Yihowaa duratti dhangalaasaan jira.+