LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Iyyaasuun erga duʼee booda,+ Israaʼelonni,* “Nu keessaa Kanaʼaanota waraanuuf dursee kan ol baʼu eenyu?” jedhanii Yihowaa gaafatan.+

  • Abbootii Murtii 20:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Isaanis Waaqayyoon gaafachuuf+ kaʼanii gara Beetelitti ol ni baʼan. Achiis namoonni Israaʼel, “Nu keessaa Biiniyaamota waraanuuf eenyutu dursee ol baʼuu qaba?” jedhanii gaafatan. Yihowaanis, “Yihudaan dursee haa baʼu” jedhee deebise.

  • Abbootii Murtii 20:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Bara sanatti Finahaas+ ilmi Eleʼazaar, ilmi Aaron taaboticha duratti ni tajaajila* ture. Isaanis, “Namoota Biiniyaam warra obboloota keenya taʼan waraanuuf ammas deebinee dhaqnu moo dhiisnu?”+ jedhanii gaafatan. Yihowaanis, “Ani boru harka keessanitti dabarsee waanan isaan kennuuf, dhaqaa” jedhee isaaniif deebise.

  • 1 Saamuʼel 23:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu Daawit, “Ani dhaqee Filisxeemota kana rukutuu?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Yihowaanis Daawitiin, “Dhaqi, Filisxeemota rukutiitii Qeyilaa oolchi” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi