Baʼuu 19:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+ Keessa Deebii 7:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Yihowaan kan isin jaallatee fi kan isin filate+ isin saboota hundumaa irra hedduu waan turtaniif miti; saboota hundumaa irra lakkoofsi keessan xinnoo ture.+
5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+
7 “Yihowaan kan isin jaallatee fi kan isin filate+ isin saboota hundumaa irra hedduu waan turtaniif miti; saboota hundumaa irra lakkoofsi keessan xinnoo ture.+