LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 13:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Saaʼol Israaʼel keessaa namoota 3,000 ni filate; isaan kana keessaa namoonni 2,000 Mikmaashii fi naannoo gaarotaa Beetel keessa Saaʼolii wajjin turan; namoonni 1,000 immoo Gibeʼaa+ ishii Biiniyaamitti argamtu keessa Yonaataanii+ wajjin turan. Namoonni hafan immoo gara dunkaana isaaniitti akka deebiʼan godhe.

  • 1 Saamuʼel 14:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Daandiiwwan Yonaataan gara buufata loltoota Filisxeemotaatti itti ceʼuuf yaalaa ture sana gidduu, garanaan kattaan ilkaan fakkaatu tokko, garsiinis kattaan ilkaan fakkaatu tokko jira ture; maqaan isa tokkoo Boozez, maqaan isa tokkoo immoo Seenee jedhama ture. 5 Kattaan inni tokko akka utubaatti karaa kaabaatiin gara Mikmaashitti kan garagale yeroo taʼu, inni tokko immoo karaa kibbaatiin gara Geebaatti+ kan garagale ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi