-
Baʼuu 17:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yihowaanis Museedhaan, “‘Ani yaadannoo Amaaleq samii jalaa guutummaatti haxaaʼee nan balleessa’+ jedhiitii akka yaadannootti kitaaba keessatti barreessi, Iyyaasuuttis himi” jedhe.
-
-
1 Seenaa Baraa 4:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Achiis Amaaleqota+ warra miliqanii hafan kaan ni rukutan; isaanis hamma harʼaatti achi jiraatu.
-