- 
	                        
            
            Lakkoofsa 10:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
32 Ati yoo nuu wajjin dhufte,+ gaarummaa Yihowaan nutti argisiisu akkamii iyyuu dhugumaan sitti ni argisiisna.”
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Lakkoofsa 24:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Qeenota yommuu argettis+ akkana jechuudhaan jechama isaa itti fufe:
“Bakki jireenyaa kee amansiisaa dha, buufanni kees kattaa irratti kan ijaarame dha.
 
 -