-
Baʼuu 18:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yeroo kanatti Yetroon Yihowaan biyya Gibxii* jalaa isaan oolchuudhaan, wantoota gaggaarii inni Israaʼeliif godhe hundumaatti ni gammade.
-
-
Baʼuu 18:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis Yetroon abbiyyuun Musee, aarsaa gubamuu fi aarsaawwan kan biroo Waaqayyoof ni fide; Aaronii fi jaarsoliin Israaʼel hundis abbiyyuu Musee wajjin Waaqa dhugaa duratti nyaata nyaachuuf ni dhufan.
-