LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ilmaan Eelii namoota hamoo turan;+ Yihowaadhaafis kabaja hin qaban turan.

  • 1 Saamuʼel 2:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yeroo kanatti Eeliin baayʼee dulloomee ture; inni wanta ilmaan isaa Israaʼelota hundumaa irratti raawwachaa jiran hunda,+ akkasumas dubartoota karra dunkaana walgaʼii duratti tajaajilanii wajjin akka ciisan+ dhagaʼee ture.

  • 1 Saamuʼel 4:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Namichi oduu sana fide sunis, “Israaʼelonni warra Filisxeem jalaa baqataniiru; sabichi moʼameera;+ ilmaan kee lamaan Hofnii fi Finahaas duʼaniiru;+ Taabonni Waaqa dhugaas boojiʼameera”+ jedhee itti hime.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi