1 Saamuʼel 17:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Eeliyaab+ obboleessi isaa inni angafni yommuu inni namootatti dubbatu dhagaʼee Daawititti aaree, “Maaliif asitti gad buute? Hoolota muraasa sana lafa onaa keessatti eenyutti dhiiste?+ Ani of tuulummaa kee fi yaada garaa kee isa hamaa sirriittan beeka; ati waraanuma ilaaluu dhufte” isaan jedhe. 1 Seenaa Baraa 2:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Issey ilma isaa isa angafaa Eeliyaabiin, ilma isaa isa lammaffaa Abinaadaabiin,+ ilma isaa isa sadaffaa Shimeʼaa,+
28 Eeliyaab+ obboleessi isaa inni angafni yommuu inni namootatti dubbatu dhagaʼee Daawititti aaree, “Maaliif asitti gad buute? Hoolota muraasa sana lafa onaa keessatti eenyutti dhiiste?+ Ani of tuulummaa kee fi yaada garaa kee isa hamaa sirriittan beeka; ati waraanuma ilaaluu dhufte” isaan jedhe.
13 Issey ilma isaa isa angafaa Eeliyaabiin, ilma isaa isa lammaffaa Abinaadaabiin,+ ilma isaa isa sadaffaa Shimeʼaa,+