1 Saamuʼel 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Raamaataayim Zofiim+ ishii naannoo gaarotaa Efreemitti+ argamtu keessatti namichi gosa Efreem Elqaanaa+ jedhamu tokko jira ture; inni ilma Yerohaam, ilma Eliihuu, ilma Toohuu, ilma Zuuf ture. 1 Saamuʼel 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis ganama barii kaʼanii Yihowaa duratti erga sagadanii booda, gara mana isaanii isa Raamaatti+ argamutti deebiʼan. Elqaanaan haadha manaa isaa Haannaa wajjin saalqunnamtii ni raawwate; Yihowaanis ishii ni yaadate.+
1 Raamaataayim Zofiim+ ishii naannoo gaarotaa Efreemitti+ argamtu keessatti namichi gosa Efreem Elqaanaa+ jedhamu tokko jira ture; inni ilma Yerohaam, ilma Eliihuu, ilma Toohuu, ilma Zuuf ture.
19 Achiis ganama barii kaʼanii Yihowaa duratti erga sagadanii booda, gara mana isaanii isa Raamaatti+ argamutti deebiʼan. Elqaanaan haadha manaa isaa Haannaa wajjin saalqunnamtii ni raawwate; Yihowaanis ishii ni yaadate.+