Lakkoofsa 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ati Aaronii fi ilmaan isaa ni muudda; isaanis itti gaafatamummaa luboota taʼuudhaan qaban ni raawwatu;+ namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu achitti yoo dhihaate haa ajjeefamu.”+ Keessa Deebii 33:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan heerawwan kee Yaaqoobiin,+Seera kees Israaʼeliin haa barsiisan.+ Urgaan isaa kan gammachiisu godhanii ixaana siif* haa dhiheessan,+Aarsaa guutummaatti dhihaatus iddoo aarsaa kee irratti haa dhiheessan.+ Miilkiyaas 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Lubichi yeroo hundumaa afaan isaa irraa beekumsa qabaachuu qaba; namoonnis seera* afaan isaa keessaa baʼu barbaaduu qabu;+ sababiin isaas, inni ergamaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.
10 Ati Aaronii fi ilmaan isaa ni muudda; isaanis itti gaafatamummaa luboota taʼuudhaan qaban ni raawwatu;+ namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu achitti yoo dhihaate haa ajjeefamu.”+
10 Isaan heerawwan kee Yaaqoobiin,+Seera kees Israaʼeliin haa barsiisan.+ Urgaan isaa kan gammachiisu godhanii ixaana siif* haa dhiheessan,+Aarsaa guutummaatti dhihaatus iddoo aarsaa kee irratti haa dhiheessan.+
7 Lubichi yeroo hundumaa afaan isaa irraa beekumsa qabaachuu qaba; namoonnis seera* afaan isaa keessaa baʼu barbaaduu qabu;+ sababiin isaas, inni ergamaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.