LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 17:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Daawitis namoota isa bira dhaabbataniin, “Nama Filisxeemicha sana ajjeesee, Israaʼel irraa arrabsoo balleessuuf maaltu godhama? Filisxeemichi dhaqna hin qabannee fi loltoota Waaqa isa jiraataatti qoosu* kun eenyu?”+ jedhe.

  • 1 Saamuʼel 17:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Ani tajaajilaan kee leencaa fi amaaketa ajjeeseera; Filisxeemichi dhaqna hin qabanne kunis loltoota Waaqa isa jiraataatti waan qooseef,* isaan keessaa akkuma isa tokkoo ni taʼa.”+

  • 2 Saamuʼel 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Daawit, “Miikaal haadha manaa too, ishii ani qolofa* Filisxeemotaa 100n kaadhimadhe naa kenni” jedhee gara Ish Bosheet+ ilma Saaʼolitti ergamtoota erge.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi