-
1 Saamuʼel 16:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Saamuʼelis wanta Yihowaan jedhe ni raawwate. Akkuma Beetaliheem+ gaʼeenis, jaarsoliin magaalaa sanaa yommuu isa argan hollachaa, “Naguma dhuftee?” isaan jedhan.
-