LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 20:19-22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Iftaan immoo ati akka hin jirre caalaatti ni hubatama; bakka guyyaa sana* itti dhokatte dhaqiitii dhagaa kana bira turi. 20 Anis akka nama wanta tokko waraanuu barbaadeetti, dhagicha irraa gama tokkoon xiyyawwan sadii nan darbadha. 21 Tajaajilaa sanas, ‘Dhaqi, xiyyawwan sana barbaadi’ jedhee nan erga. Tajaajilaa sanaan, ‘Kunoo, xiyyawwan sun si gamana jiru, fidii kottu’ yoon jedhe, Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha, wanti hundi nagaa waan taʼeef, akkasumas wanti si miidhu waan hin jirreef deebitee dhufuu dandeessa. 22 Haa taʼu malee, ani mucichaan, ‘Kunoo, xiyyawwan sun si irraa garas jiru’ yoon jedhe, Yihowaan waan si ergeef deemi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi