-
Leewwota 24:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 “Daakuu bullaaʼaa fuudhiitii maxinoo bifa amartiitiin tolfame 12 tolchi. Tokkoon tokkoon maxinoo sanaa daakuu eefaa tokko keessaa harka kudhan keessaa harka lamaan* haa tolfamu.
-
-
Maatewos 12:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Innis akkana isaaniin jedhe: “Daawit, innii fi namoonni isaa wajjin turan yeroo beelaʼanitti maal akka godhe hin dubbisnee?+ 4 Inni mana Waaqayyoo keessa hin seennee? Akkasumas innii fi namoonni isaa daabboo Waaqayyo duratti dhihaatu*+ isa luboota qofa+ malee, innis taʼe namoonni isaa wajjin turan nyaachuun isaaniif hin heyyamamne nyaatanii turan mitii?
-