LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 15:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Gosti Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti dhaalli isaanii kana ture.

  • Iyyaasuu 15:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Maaʼon,+ Qarmeelos, Ziif,+ Yuutaa,

  • 1 Saamuʼel 25:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti namichi Maaʼon+ keessa jiraatuu fi bakki hojii isaa immoo Qarmeelos*+ taʼe tokko jira ture. Namichi kun baayʼee sooressa ture; hoolota 3,000 fi reʼoota 1,000 qaba ture; inni yeroo sanatti Qarmeelos keessatti hoolota isaa irraa rifeensa muraa ture. 3 Maqaan namichaa Naabaal,+ maqaan haadha manaa isaa immoo Abigaayil+ jedhama ture. Haati manaa isaa hubattuu fi bareedduu turte; abbaan manaa ishii inni gosa Kaaleb+ taʼe garuu, nama hamaa fi amala badaa qabu ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi