-
1 Saamuʼel 24:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Guyyaa harʼaatti holqa keessatti akkamitti Yihowaan harka kootti dabarsee akka si kenne ija keetiin argiteetta. Haa taʼu malee, namni tokko akkan si ajjeesu yommuu natti himetti,+ waanan siif gaddeef, ‘Inni isa Yihowaan dibe+ waan taʼeef, gooftaa koo irratti harka koo hin kaasu’ jedheen isaaf deebise.
-
-
1 Saamuʼel 26:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Isa Yihowaan dibe irratti harka koo kaasuun anaaf Yihowaa duratti wanta hin yaadamne dha!+ Kanaafuu, amma eeboo fi miʼa bishaanii mataa isaa bira jiru fuudhiitii haa deemnu.”
-