Faarfannaa 7:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan namoota irratti murtii ni dabarsa.+ Yaa Yihowaa, akka qajeelummaa kootti,Akka amanamummaa koottis murtii naaf kenni.+ Faarfannaa 18:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan akka qajeelummaa kootti na kiisa;+Akka qulqullummaa harka koottis naaf deebisa.+
8 Yihowaan namoota irratti murtii ni dabarsa.+ Yaa Yihowaa, akka qajeelummaa kootti,Akka amanamummaa koottis murtii naaf kenni.+