1 Saamuʼel 23:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Daawitis iddoowwan lafa onaa warra bira gaʼuuf rakkisaa taʼan keessa, naannoo gaarotaa isa lafa onaa Ziifitti+ argamu keessa ni jiraate. Saaʼol Daawitiin barbaaduu isaa kan itti fufe taʼus,+ Yihowaan harka isaatti dabarsee isa hin kennine. 1 Saamuʼel 26:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Saaʼolis, “Daawit yaa ilma koo, Waaqayyo si haa eebbisu. Ati dhuguma iyyuu wantoota guguddaa ni raawwatta, akkasumas ni moota” jedhee Daawitiif deebise.+ Sana booda Daawit karaa isaa irra buʼee qajeele; Saaʼolis iddoo isaatti deebiʼe.+
14 Daawitis iddoowwan lafa onaa warra bira gaʼuuf rakkisaa taʼan keessa, naannoo gaarotaa isa lafa onaa Ziifitti+ argamu keessa ni jiraate. Saaʼol Daawitiin barbaaduu isaa kan itti fufe taʼus,+ Yihowaan harka isaatti dabarsee isa hin kennine.
25 Saaʼolis, “Daawit yaa ilma koo, Waaqayyo si haa eebbisu. Ati dhuguma iyyuu wantoota guguddaa ni raawwatta, akkasumas ni moota” jedhee Daawitiif deebise.+ Sana booda Daawit karaa isaa irra buʼee qajeele; Saaʼolis iddoo isaatti deebiʼe.+