Faarfannaa 55:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Baʼaa kee Yihowaa irratti gati,+Innis si deggera.+ Namni qajeelaan akka kufu* matumaa hin heyyamu.+ Faarfannaa 65:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa isa kadhannaa namaa dhageessuu, namoonni gosa* hundumaa gara kee ni dhufu.+
22 Baʼaa kee Yihowaa irratti gati,+Innis si deggera.+ Namni qajeelaan akka kufu* matumaa hin heyyamu.+