- 
	                        
            
            1 Saamuʼel 2:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
34 Wanti ilmaan kee lamaan Hofnii fi Finahaas irra gaʼu kun siif mallattoo ni taʼa: Lamaan isaanii iyyuu guyyuma tokkotti ni duʼu.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faarfannaa 78:61Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
61 Mallattoon jabina isaa akka boojiʼamu godhe;
Simboo isaas harka diinaatti dabarsee kenne.+
 
 -