LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yeroo booda Amoononni Daawit biratti akka waan xiraaʼaatti ilaalamuu isaanii hubatan; kanaafuu, Amoononni ergamtoota erganii namoota Sooriyaa warra Beet Rehoobii+ fi warra Zoobaa+ keessaa loltoota lafoo 20,000, mootii Maʼaakaa+ namoota 1,000 wajjin, akkasumas Ishtoob* keessaa namoota 12,000 mindeeffatan.+

  • 1 Mootota 11:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Akkasumas, Waaqayyo Rezoon ilma Eliyaadaa isa gooftaa isaa Hadaadʼezeer+ mootii Zoobaa jalaa baqate sana mormituu godhee Solomoon irratti kaase.+

  • Faarfannaa 60:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • Geggeessaa muuziqaatiif; “Abaaboo Yaadannootiin.” Miktaam.* Faarfannaa Daawit. Barsiisuuf. Yeroo inni Aaraam Nahaaraayimii fi Aaraam Zoobaa wajjin wal waraanetti, akkasumas Yoʼaab deebiʼee Sulula Soogiddaa keessatti Edoomota 12,000 rukutetti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi