-
2 Saamuʼel 13:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Dhuma irrattis Daawit Mootichi duʼa Amnoon irraa waan jajjabaateef, gara Abishaalom dhaquu hawwe.
-
-
2 Saamuʼel 18:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Kunis mooticha ni jeeqe; innis gara kutaa baaxii karra dallichaa irra jiruutti ol baʼee booʼe; asii fi achi deemaas, “Yaa Abishaalom ilma koo, ilma koo, Abishaalom ilma koo! Bakka kee utuun duʼeera taʼee, yaa ilma koo Abishaalom, ilma koo!”+ jedha ture.
-
-
2 Saamuʼel 19:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Namoonni sun hundi mootichi ilma isaatiif gaddaa akka jiru waan dhagaʼaniif, injifannoon* guyyaa sanatti argame hunduma isaanii biratti gara gaddaatti jijjiirame.
-