LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Yaaʼir+ ilmi Minaasee guutummaa naannoo Argoob+ hamma daangaa Geeshurotaa fi Maʼaakotaatti+ kan fudhate yeroo taʼu, gandeen Baashaan kanas maqaa ofii isaatiin Hawoot Yaaʼir* jedhee moggaase.+ Isaanis hamma harʼaatti maqaa kanaan waamamu.

  • 2 Saamuʼel 3:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Inni lammaffaan Kileʼaab* isa Abigaayil+ ishiin haadha manaa Naabaal Qarmeelosichaa turte sun deesse dha; inni sadaffaan Abishaalom+ ilma Maʼaakaa ti; ishiin intala Taalmaay+ isa mootii Geeshur taʼe sanaa ti.

  • 2 Saamuʼel 13:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Abishaalom garuu baqatee gara Taalmaay+ ilma Amihuud isa mootii Geeshur taʼee dhaqe. Daawitis guyyoota hedduudhaaf ilma isaatiif ni booʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi