-
2 Saamuʼel 14:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Haa taʼu malee, mootichi, “Inni gara mana isaatti haa deebiʼu; garuu fuula koo hin argu” jedhe. Kanaafuu, Abishaalom gara mana isaatti ni deebiʼe; fuula mootichaas hin argine.
-