LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 15:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Namoonni, “Ahitoofelis warra Abishaalomii+ wajjin sitti malan+ keessaa tokko dha” jedhanii Daawititti himan. Yeroo kanatti Daawit, “Yaa Yihowaa,+ maaloo, gorsa Ahitoofel gara gowwummaatti+ jijjiiri!” jedhe.

  • 2 Saamuʼel 15:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Garuu gara magaalattiitti deebitee Abishaalomiin, ‘Yaa Mootii, ani tajaajilaa kee ti. Ani kanaan dura tajaajilaa abbaa keetiin ture; amma garuu ani tajaajilaa kee ti’+ yoo jette, gorsa Ahitoofel naa fashaleessuu dandeessa.+

  • 2 Saamuʼel 16:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Bara sanatti gorsi Ahitoofel+ kennu, akka dubbii Waaqa dhugaatti* ilaalama ture. Gorsi Ahitoofel kennu hundi Daawit birattis taʼe Abishaalom biratti bakka guddaa qaba ture.

  • Fakkeenya 19:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Karoorri garaa namaa keessa jiru hedduu dha,

      Jabaatee kan dhaabbatu garuu gorsa* Yihowaa ti.+

  • Fakkeenya 21:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ogummaan, hubannaan yookiin gorsi Yihowaa mormu gatii hin qabu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi