-
2 Saamuʼel 19:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Haa taʼu malee, namoonni Israaʼel, “Nuti gosa kudhan waan taaneef, isin caalaa Daawit irratti mirga qabna. Maarree maaliif nu tuffattan? Mootii keenya deebisuuf nuti warra jalqabaa taʼuu hin qabnu turree?” jedhanii namoota Yihudaatiif deebisan. Haa taʼu malee, wanti namoonni Yihudaa dubbatan, wanta namoonni Israaʼel dubbatan irra caalee argame.*
-