2 Saamuʼel 8:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa itti gaafatamaa Kereetotaa fi Pheleetotaa+ ture. Ilmaan Daawitis geggeessitoota itti gaafatamummaa guddaa qaban* taʼan. 2 Saamuʼel 15:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Tajaajiltoonni isaa warri isa duukaa baʼan* hundi, Kereetonni, Pheleetonnii+ fi namoonni Gaat+ 600n warri Gaatii+ baʼanii isa duukaa buʼan hundi mootichi utuu isaan ilaaluu isa* dura darbu turan. 1 Mootota 1:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Achiis Saadoq lubichi, Naataan raajichi, Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa, akkasumas Kereetonnii fi Pheleetonni+ gad buʼanii Solomooniin gaangee Daawit Mootichaa irra kaaʼanii+ gara Giyoonitti+ isa fidan.
18 Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa itti gaafatamaa Kereetotaa fi Pheleetotaa+ ture. Ilmaan Daawitis geggeessitoota itti gaafatamummaa guddaa qaban* taʼan.
18 Tajaajiltoonni isaa warri isa duukaa baʼan* hundi, Kereetonni, Pheleetonnii+ fi namoonni Gaat+ 600n warri Gaatii+ baʼanii isa duukaa buʼan hundi mootichi utuu isaan ilaaluu isa* dura darbu turan.
38 Achiis Saadoq lubichi, Naataan raajichi, Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa, akkasumas Kereetonnii fi Pheleetonni+ gad buʼanii Solomooniin gaangee Daawit Mootichaa irra kaaʼanii+ gara Giyoonitti+ isa fidan.