-
2 Saamuʼel 17:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Boodas Hushaay Saadoqii fi Abiyaataar+ warra luboota taʼaniin akkana jedhe: “Ahitoofel akkana akkana jedhee Abishaalomii fi jaarsolii Israaʼel gorseera; ani immoo gorsa akkana akkana jedhu kenneera.
-
-
2 Saamuʼel 19:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Daawit Mootichis Saadoqii+ fi Abiyaataar+ warra luboota taʼanitti ergaa akkana jedhu erge: “Akkana jedhaatii jaarsolii Yihudaatti+ himaa: ‘Wanti Israaʼelonni hundi dubbatan mooticha mana isaa keessa jiru bira gaʼee utuu jiruu, isin mooticha gara mana isaatti deebisuuf warra dhumaa kan taatan maaliifi?
-