Faarfannaa 9:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan warra cunqurfamaniif iddoo amansiisaa kooluu itti galan* ni taʼa,+Inni yeroo rakkinaatti kooluu amansiisaa dha.+ Fakkeenya 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Maqaan Yihowaa masaraa cimaa dha.+ Namni qajeelaan achitti fiigee eegumsa argata.*+
9 Yihowaan warra cunqurfamaniif iddoo amansiisaa kooluu itti galan* ni taʼa,+Inni yeroo rakkinaatti kooluu amansiisaa dha.+